Fana: At a Speed of Life!

Boba’aa xiyyaaratiin ala gosootni boba’aa kaan gatuma duraatin gabaadhaf ni dhiyaatu


Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) – Boba’aa xiyyaaratiin ala gosootni boba’aa kaan gatuma duraatin gabaadhaf ni dhiyaatu.

Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii FDRI akka beeksisetti gatiin boba’aa qinxaabodhaan baatii Fulbaanaa keesa gatuma duraatin kan gurguramu ta’a.

Boba’aan xiyyaaraa baatii Fulbaanaa  2012 keessa liitiraan Birrii 26.50 akka gurguramu murtaa’era.

Haala gabaa idil addunyaa ilaaluun sirreeffamni gatii taasifamuu malas jedheera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.