Fana: At a Speed of Life!

Biyyoonni Idaa qaban kamiiyyuu qormaata jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuu hin danda’an – Dookta Abiy Ahimad

Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Biyyoonni Idaa qaban kamiiyyuu qormaata jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuu hin danda’an jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dookta Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa COP 28 irratti haasawa taasiisaniiru.

Biyyoonni miidhaman dhiibbaa idaa, jijjiirama qabeebya qilleensaa dandamachuun guddina diinagdee waaraan itti fufiinsa qabu akka milkeessan biyyoonni garee 20 karoora kaffaltii liqaa hojiirra oolchuu akka qaban kaasaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.