Fana: At a Speed of Life!

Biyyi kan ceetu dargaggoota hojii uumtota xiqqoorraa ka’uun dhaabbataatti guddataniini-Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC)- Biyyi kan ceetu dargaggoota hojii uumtota xiqqoorraa ka’uun gara dhaabbataatti guddataniin ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Dooktar Abiy dargaggoota leenjii Gannaan hojiilee kalaqa teeknooloojii hojjetan daawwachuu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Hojiileen kalaqaa kunneenis bu’uura badhaadhina Itiyoophiyaa kan kaa’an ta’uu himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.