Fana: At a Speed of Life!

Biyya tokko kan barbaachisu birmadummaaa gamaa maraati-Obbo Tamasgeen Xurunaa

Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Biyya tokko kan barbaachisu birmadummaaa gamaa maraati jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.

Obbo Tamasgeen Qaammee 3, “Guyyaa Birmadummaa” ilaalchisuun ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Itiyoophiyaa keessatti, wareegama dhiigaa kaffaluun birmadummaa bulchiinsa argame laafaa kan taasise, dafqa dhangalaasuun birmadummaa diinagdee, teeknooloojii, beekumsaa fi baajataa kabachiisuu waan hindandeenyeefi jedhan.

Bilisummaan kadhaa fi duubatti hafummaa waliin, kabaji gargaaramtummaa waliin hindeemu jedhanii Itiyoophiyaanonni, Birmadummaa gama maraa kabachiifachuuf waloon haa kaanu jechuun dhaamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.