Biyya badhaatuu qabna-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Biyya badhaatuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Ija keenya bannee yoo hojjennee iddoolee hedduu addunyaa hawwachuu danda’an baay’eedha, naannoo keenya haa daawwannu, haa qorannu jedhaniiru ergaa gama miidiyaa isaaniin dabarsaniin.
Kiyya kan jenne qabeenya waloo haa taasifnu, haa misoomsinu, waliin cimnee hojjennee haa badhaanu jechuun dhaamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.