Fana: At a Speed of Life!

Bitootessi 24 guyyaa injifannoo fi walqixummaati – jiraattota magaalaa Jimmaa fi Shaggar

Finfinnee, Bitootessa 24, 2015 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa injifannoofi milkaa’ina jijjiiramaan booda argame itti fufsiisuuf kaayyeffate Magaalaa Jimmaa fi Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti gaggeeffamuu jalqabeera.

Jiraattoonni bulchiinsa magaalaa Shaggar Bitootessi 24 guyyaa injifannoo fi walqixummaati, guyyaa diina hannaati, Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hoggansa ogummaan guutumeen waa nu ceesisaniif ni galateeffanna!! dhaadannoowwan jedhanuun hiriira deeggarsaa gaggeessaa jiru.

Hawaasni magaalaa Jimmaa fi aanoolee Godina Jimmaa guyyaa seenaa qabeessa Bitootessa 24 waggaa 5ffaa muudama Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad booda milkaa’inootaafi injifannoo argame sababeeffachuun hiriira deeggarsaa gaggeessaa jiru.

Haabtaamuu Taklasilaasee fi WKMJ

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.