Fana: At a Speed of Life!

Bishooftuutti pirojektoonni misoomaa Birrii biiliyoona 1.6 ijaaraman eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu Magaalaa Bishooftuutti pirojektoota misoomaa ijaaraman eebbiseera.

Pirojektooni jilichaan eebbifaman59, Birrii biiliyoona 1.6 oliin kan hojjetaman yoo ta’u, gaaffilee yeroo dheeraa jiraattota magaalichaa deebisan ta’uu ibsaniiru.

Paarkii Magariisaa Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti lafa heektaara torbarratti ijaarame pirojektootaa eebbifaman keessa ta’uu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.