Fana: At a Speed of Life!

Birshalaqootti sirni baniinsa leenjii loltummaa marsaa 34ffaa gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Manni Barnootaa loltummaa bu’uraa fi leenjii Birshalaqoo sirni baniinsa leenjii loltummaa marsaa 34ffaa gaggeeseera.
Sirna eebbichaarratti haasa kan taasisaan ajaja olaanaan mana barumsichaa Koloneel Geetaachoo Alii, biyya keenyaa si’anaan tajaajiluuf ogummaa loltummaa filachuun haleellaa biyyattirratti aggamamuu ittisuuf, garee shororkeessaa ABUT barbadeessuun biyyaa fi uummataa eeguuf eebbifamtoota baga nagaan gara mana barnootichaatti dhuuftan jedhaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.