Biriitaaniyaan loltoota ishee Yuukreeniif erguuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Biriitaaniyaan loltoota ishee Yuukreeniif erguuf fedhii qabaachuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa biyyattii beeksiseera.
Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Biriitaaniyaa Giraant Shaapis Yuukreenitti daawwannaa hojii taasisuu RTn gabaaseera.
Turtii isaaniin Pireezidaantii Yuukreen Vooloodmiir Zelaaniskii waliin dhimmoota adda addaarratti mar’achuu ibsameera.
Biriitaaniyaan loltoota ishee Yuukreeniif erguuf fedhii qabaachuu dubbataniiru.
#Oromia # Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.