Fana: At a Speed of Life!

Biiroon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee lammiilee miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 13 taasiise

Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Biiroo Galiiwwanii magaalaa Finfinnee lammiilee naannoo Afaarii fi Amaaratti sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 13 taasiisaniiru.

Meeshaalee nyaataa, uffataalee fi kanneen biroo Birrii miiliyoona 13tti tilmaamamuu taasiisaniiru.

Meeshaalee Birrii miiliyoona 6.5tti tilmaamamu Jiraattoota magaalaa Dasseef lan laatan yoo ta’uu, kan hafe jiraattoota naannoo Afaariif laachuu isaanii ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.