Fana: At a Speed of Life!

Biiroon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee baatiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 43 ol walitti qabuu beeksise

Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Biiroon Galiiwwanii bulchiinsa magaalaa Finfinnee baatiwwan 9 darbanitti galii Birrii biiliyoona 43 ol walitti qabuu beeksiseera.

Biirichi bara baajataa 2014tti galii Birrii biiliyoona 48.5 walitti qabuuf karoorfatee hojjechaa turuu hogganaan biirichaa obbo Mulugeetaa Tafarraan ibsaniiru.

Yismuu Adaraawutu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.