Fana: At a Speed of Life!

Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa hojii baruu fi barsiisuu keessatti ofeeggannoo Vaayrasii koroonaaf taasifamuu irratti leenjii kennaa jira

Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa hojii baruu fi barsiisuu keessatti ofeeggannoo Vaayrasii koroonaaf taasifamuu irratti leenjii kennaa jira.

Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa hojii baruu fi barsiisuu keessatti ofeeggannoo Vaayirasii koroonaaf taasifamuu irratti ogeeyyii seektaraalee fayyaa, barnootaa fi kominkeeshiinii sadarkaa godinaalee fi aanatti jiraniif magaalaa Adaamaatti leenjii kennaa jira.

Kaayyoon leenjii kanaa seektaroonni kunniin qindoominaan hojjachuun hubannoo hawasaa dhimmaa vaayrasii koroonaarratti cimsuun hojiin baruu fi barsiisuu akka itti fufuuf yaadameeti.
Leenjii kana namoonni 1200 ni fudhatu jedhameera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.