Fana: At a Speed of Life!

Biirichi qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaan milkiin xumuramuu ibse

Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Biiroon Barnoota naannoo Oromiyaa qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaan bara kanaa milkiin xumuramuu ibseera.
Hoogganaan biirichaa Dooktar Tolaa Baarisoon xumuramuu qorumsichaa ilaalchisee har’a midiyaaleedhaaf ibsa laataniiru.
Akka naannoo Oromiyaattis barattoonni kuma dhibbi 1 fi kumni 48 fi 149 qormaaticha fudhachuu ibsaniiru.
Barattoonni kumni 2 fi 362 sababoota hin beekamneen qormaaticha akka hin fudhannees ibsaniru.
Walii galaan barattoonni %98.4 qormaaticha fudhataniiru jedhan.
Daagimaawwi Deeksisaatu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.