Fana: At a Speed of Life!

Biirichi muuxannoo misooma baala Shaayee Keeniyaa qooddate

Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2017 (FBC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa muuxannoo misooma baala Shaayee Keeniyaa qooddateera.

Gareen jilaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu hojii misooma baala shaayee Keeniyaatti hojjetamaa jiru daawwateera.

Jilichi oomisha shaayii, qindeessaa fi gabaa irratti muuxannoo qooddachuuf keeniyaa jiraachuu ragaan Biiroo Qonnaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.