Fana: At a Speed of Life!

Biirichi barattoota ogummaa garaagaraan leenjise kuma 10 ol eebbisiise

Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Biiroon Leenjii Teekinikaa fi Ogummaa fi Misooma Teekinooloojii magaalaa Finfinnee barattoota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture kuma 10 ol guyyaa har’aa eebbisiiseera.

Biirichi barattoota dameewwan ogummaa 124n sadarkaa 2ffaa hanga 5ffaan leenjisaa ture eebisiisuu ibsameera.

Sirna eebbichaarratti kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fi Ministira Ministeera Hojii fi Ogummaa aadde Mufariyaat Kaamiil dabalatee hoggantoonni olaanoon magaalichaafi keessummoonni kabajaa argamuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.