Fana: At a Speed of Life!

Bidiruun garagaluun lubbuun Itiyoophiyaanota 38 darbe

Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Jibuutii naannawaa kaaba qarqara galaanaatti balaa garagaluu bidiruu mudateen lubbuun Itiyoophiyaanota 38 darbuun ibsame.

Balichis kan mudate bidiruu godaantota 60 qabachuun gara Yemenitti imalaa turte garagaluun akka ta’e eerameera.

Balichaanis lubbuun godaantota 38 yoo darbuu, ka’umsi bilichaa qoratamaa jiraachuu ragaan Jibuutiitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.