Fana: At a Speed of Life!

Barreessaa olaanaan IGAD Dooktar Warqinaa Gabayyoon Maqalee galan

Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon magaalaa Maqalee galan.

Dooktar Warqinaan, waliigaltee nageenyaa mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasiifame hordofee koree hordoffii waliigaltichaa hundaa’e hojii eegalchiisuuf har’a magaalaa Maqalee seenuu isaanii ibsameera.

Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaa kana tumsuuf murannoo qabaachuu mirkaneessuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa IGAD irraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.