Fana: At a Speed of Life!

Barreessaa fi qorataa Boonsaamoo Mi’eessoo boqate

Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Barreessaan kitaabota afaanii, aadaa, seenaa, duudhaa fi safuu Oromoo Boonsaamoo Mi’eessoo boqatachuu Waldaa Barreessitoota Oromoorraa odeeffanneerra.
Preezdaantiin waldichaa Barreessaa Yoomiyyuu Muul’ataan Hayyuun jabdichi eda boqachuu ibseera.
Sirni awwaalcha hayyuu argaa-dhageettii fi Barreessaa Boonsamoo Mi’eessoo guyyaa har’aa waaree booda sa’a 7:00 irratti magaalaa Shaashamannee ganda 01 Masjiida Aliimanitti raawwata.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.