Fana: At a Speed of Life!

Barbaadaa’uun Juuntaa ABUT humnoota tokkummaa Ityoophiyaa jibban mataa gadi kan qabachiisedha – obbo Musxafee Mahaammaad

Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Barbaadaa’uun Juuntaa ABUT humnoota tokkummaa Ityoophiyaa jibban mataa gadi kan qabachiise ta’uu Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammaad himan.
Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammaad yeroo darbee keessatti walitti bu’insa ummataa irraa humnoonni bu’aa argatan jiraachuu himaniiru.
Biyyi akka diigamuuf hojjechaa kan ture Juuntaa ABUT humnoonni kaayyoo akka juuntaa qaban barbaadaa’uu juuntaatti mataa gadi qabataniiruus jedhaniiru.
Waggoota lamaan darbaan naannoo Somaaleetti kan nagaa fi tasgabbiin argame ummanni nageenyaaf gatii akkamii akka laatu kan mul’isu ta’uu ibsaniiru.
Wayita ammaa lammiilee naannoo Somaaleetti bilisummaan jireenya isaanii gaggeeffachaa akka jiran eeraniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.