Fana: At a Speed of Life!

Barattoota gara barnoota isaaniitti deebisuu fi dhaabbilee barnootaa ijaaruun tajaajilaaf qaqqabsiisuuf waliigalterra ga’ame

Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Bulchhinsota Magaalaa lamaa fi naannolee kudhan waliin ta’uun barattoota gara barnoota isaaniitti deebisuu fi dhaabbilee barnootaa ijaaruun tajaajilaaf qaqqabsiisuuf waliigalterra ga’uu ibsame.

Haaluma kanaan ministeerichi hoggantoota biiroo barnootaa bulchiinsa magaalotaa lameenii fi naannolee 10 waliin haala qabatamaa yeroo Ityoophiyaa fi dhimmoota barnootaa fi leenjiirratti mari’achuun murtoowwan garaagaraa dabarseera.

Zaman Bayyanaatu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.