Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qoraman Biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Barattoonni Yuunivarsiitiwwan garaagaratati qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2016 qoraman Biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa guyyaa kaleessaa xumuramuu hordofee barattoonni biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaniiru.
Barattoonni Yuunivarsiitii Madda Walaabuu, Odaa Bultum, Haramayaa, Dambi Doolloo fi kanneen biroo qormaata booda biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabuu ragaan Yuunivarsiitiwwna kanneen irraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.