Fana: At a Speed of Life!

Barana biqiltuuwwan biiliyoona 6.5 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira-MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa waggaa shanaffaan baranaan duulaan biqiltuuwwaan biiliyoona 6.5 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, biqiltuuwwaan biiliyoona 6.5 dhaabuuf qophiin taasifamaa jiraachuu fi kanneen keessaa biqiltuuwwaan firiin isaanii sooratamuu bal’inaan kan dhaabamaniidha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.