Fana: At a Speed of Life!

Bara kana barattoonni kumni 178 qormaata ba’umsaa ni fudhatu jedhame

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Bara kana barattoonni kumni 178 qormaata ba’umsa Yuunivarsiitii kan fudhatan ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.

Qormaata har’aa eegalee hanga Waxabajjii 19, 2016tti Interneetiin kennamu kana barattoonni dhaabbilee barnootaa olaanoo mootummaa fi dhuunfaa keessatti baratan kumni 178 ol kan fudhatan ta’uu ibseera.

Qormaanni Ba’umsa Yuunivarsiitii bara 2015 eegalamuun kan yaadatamuudha.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.