Fana: At a Speed of Life!

Bara baajata 2013tti karaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaatin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 2.64 gara biyyaa gale

Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Bara baajata 2013tti karaa Baankii Daldalaa Ityoophiyaatiin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 2.64 gara biyyaa galuu Baankii Daldalaa Ityoophiyaa beeksiseera.

Baankichi sagantaa ‘fudhadhaa, sharafadhaa, badhaafamaan’ sharafa biyyaa alaa jajjabeessuuf qopheesse marsaa 23ffaan gaggeesseera.

Haaluma kanaanis carraan 1ffaa konkoolataa mana, caarraan 2ffaa baajaajii 2 fi carraan 3ffaa ammoo laaptoopii 20 badhaasaf qopheessun abbootii carraaf kennuu beeksiseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.