Fana: At a Speed of Life!

Balaa Xiyyaaraa Neeppaalitti mudateen lubbuun namoota 18 darbe

Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Balaa Xiyyaaraa Magaalaa Guddoo Neeppaal Kaatimaanduutti mudateen balaliisaan ala imaltoonni hundi lubbuun darbuu ibsame.

Waayita xiyyaarichi balali’uuf lafarraa ka’aa jirutti balaa muudateen miidhaan kun qaqqabuu ibsameera.

Hojjetaa Teeknikaa fi hojjettoota xiyyaarichaa 2 dabalatee namoonni 19 imala eegaluu isaanii ibsameera.

Balichaan lubbuun namoota 18 darbuu Abbaan Taayitaa Ayiveeshinii Neeppaal ibseera.

Hanga ammaatti reeffi namoota 17 argamuu BBCn gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.