Fana: At a Speed of Life!

Balaa Tiraafikaa konkolaataa deddeebisa ummataarra qaqqabeen daa’ima tokko dabalatee lubbuun namootaa darbuu ibsame

Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Balaa Tiraafikaa Konkolaataa deddeebisa ummataa magaalaa Dasee gara Saqoxaa imalaa turerra qaqqabeen daa’ima tokko dabalatee lubbuun namoota ammmaaf lakkoofsi isaanii hin beekkamnee darbuu ibsameera.

Namoota imalaa turan keessaa 37 miidhaan irra qaqqabuun Hospitaala Laallibalaatti yaallamaa jiraachuu ibsameera.

Konkolaataan kun namoota 43 fe’ee imalaa wayita turetti magaalaa Laallibaalaa akkuma tareen iddoo Gabaa Wiixataa jedhamutti kufee garagaruun balaa kana qaqqabsiisuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Waagmiraarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.