Fana: At a Speed of Life!

Balaa Ibiddaa muudateen lubbuun daa’immaan 3 darbe

Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Godina Silxee aanaa Miittootti balaa Ibiddaa tasa muudateen maatii tokko keessaa lubbuun daa’imman 3 darbuu Poolisiin beeksiise.
Balaa Ibiddaa mana jireenyaarratti qaqqabeen daa’immaan umrii waggaa 6, 5 fi 1 lubbuun darbuu ajajaan Poolisii aanaa Miittoo gargaaraan Inispeektaraa Akmal Kayiraddiin ibsaniiru.
Balichaan manneen jireenyaa lama guutumaa guutuutti kan barbadaa’e yoo ta’u, Beelladoonni manaa fi qabeenyi biroo manneen jireenyaa 5 barbada’uu ibsaniiru.
Maddi:- TOI
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.