Fana: At a Speed of Life!

Balaa ibiddaa Jigjigaatti mudateen suuqiiwwan 900 ol barbada’an

Finfinnee, Adoolessa 1, 2015 (FBC)- Naannnoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti balaa ibiddaa halkan edaa mudateen qabeenyarraa miidhaan qaqqabuun ibsame.

Magaalichatti giddugalaa gabaa ‘’Taayiwaan’’ jedhamuurra balaa ibiddaa ka’umsi isaa hinbeekkamneen suuqiiwwan giddugalichaa irra miidhaa cimaan qaqqabuun keerameera.

Balicha to’achuuf hojjetoota balaa ibiddaa Magaalaa Hargeessaa tattaaffii taasisaniin to’atamuu Dhaabbatani Raadiyoo fi Televizhinii naannichaa gabaaseera.

Balichaan suuqqiiwwaan 932 kan barbada’an yoo ta’u, miidhaa qaqqabee qorachuuf koreen hunda’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.