Fana: At a Speed of Life!

Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 67 ga’e

Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 67 ga’uu gabaafameera.

Balaa Ibiddaa kanaan lubbuun namoota 67 yoo darbuu, namoonni 100 achii buuteen isaanii dhabamuu ibsameera.

Lakkoofsi namoota balichaan du’anii fi miidhaan qaqqabu dabaluu akka danda’uu eerameera.

Balaan Ibidda kutaa bulchiinsa Hawaayitti mudatee kun gara magaalaa Kaanaapilitti cee’aa jiraachuu hordofee hojjettoonnii lubbuu bararaan jiraattoota naannichaa baasaa jiraachuu BBC’n gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.