Balaa elektirikaa aanaa Machakilitti mudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Bahaa aanaa Machakilitti balaa elektirikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsame.
Balichi kan mudate halkan kaleessaa yoo ta’u poolisiin madda balichaa qorachaa jiraachuu ibsameera.
Balaa qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbuu ragaan waajjira kominikeeshinii aanichaarraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.