Fana: At a Speed of Life!

Bakki Irreechi Hora Finfinnee itti Irreeffatamu qulqulleeffame

Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) – Bakka Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu Doloolloo Buddeenaa sagantaan qulqulleessuu gaggeeffameera.

Saganti hoggantoonni Olaanoo mootummaa Abbootiin Gadaafi Abbootiin Amantaa argamaniiru.

Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee Fulbaana 25 kan kabajamu ta’uu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.