Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara kana gaazexeessitoota lamaaf laatame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara kana gaazexeessitoota Maariyaa Riisaa fi Diimitrii Muraatov jedhamaniif laatameera.
Maariyaa Riisaa gaazexeessituu biyya Filiphinsii yeroo taatu, Diimitrii Muraatov ammo kan biyya Raashiyaati.
Gaazexeessitoonni kunneen diimokiraasiin akka dagaaguuf mirgi yaada bilisaan ibsachuu akka kabajamuuf gumaachaa olaanaa taasisuu isaaniitiin ta’uu ibsameera.
Maddi:- BBC
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.