Fana: At a Speed of Life!

Baatuutti piroojektoonni 38 Birrii miiliyoonni 174 oliin ijaaraman eebbifaman

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti piroojektoonni 38 Birrii miiliyoonni 174 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.

Jilli Itti gaafatamaa paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu magaalaa Baatuutti piroojektoota 38 Birrii miiliyoona 174 oliin ijaaraman eebbisiisuun hojii jalqabsiisuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii magaalicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.