Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan shanan darban galiin Birrii biiliyoonni 147.3 walitti qabame

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Baatiwwan shanan darban galiin Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 47 fi miiliyoonni dhibbi 3 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.
Baatiwwan shanan darban rakkoolee nageenyaa fi weerara vaayrasii koroonaa dandamachuun galiin Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 47 fi miiliyoonni dhibba 3 walitti qabuun danda’amuu Ministirri Ministeera Galiiwwanii obbo Laaqa Ayyaalew ibsaniiru.
Galiin walitti qabamuuf karoorfame keessaa % 92.69 milkeessuun danda’amuu kaasaniiru.
Galiin argame kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame Birrii biiliyoona 20.6 garaagarummaa qabaachuu fi % 16.27 guddina agarsiisuu eeraniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.