Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan salgan darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.5 olitti tilmaamamu to’atamuu ibsame

Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.5 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
Komishinichi hojiilee daddabarsa Kontiroobaandii to’achuu fi Ittisuurratti hojjetame ilaalchisee Magaalaa Bushooftuutti qooda fudhattoota waliin gamaaggama taasiseera.
Batiwwan salgan darbanitti hordoffii taasiifameen meeshaaleen Birrii biiliyoona 3.5 olitti tilmaamaman to’atamuu ragaan Komishinii Gumrukaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.