Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan salgan darbanitti galiin Birriin biiliyoonni 248 ol walitti qabame

Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Baatiwwan salgan darbanitti galiin Birriin biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 48.6 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.
Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 45.2 Taaksii biyya keessarra kan argame yoo ta’uu, kan hafe daldala alaa fi qaraxarraa argamuu ibseera.
Baatiwwan salgan darbanitti Galii Birrii biiliyoona dhibba 2 fi biiliyoona 67 fi miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 65 ol walitti qabuuf karoorfamee Birrii biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 48 fi miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 18 ol walitti qabamuu eereera.
Karoora qabamerraa % 93 milkaa’uu himameera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.