Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan 8n darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.2 olitti tilmaamamu to’ataman

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Baatiwwan 8n darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.2 olitti tilmaamamu to’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiseera.
Bara baajataa 2013 baatiwwan 8n darbanitti hojiilee to’annoo fi hordofii Kontiroobaandirratti hojjetameen bu’aan gaariin argamuu ministeerichi ibseera.
Raawwii bara 2012 yeroo walfakkaatuun yoo madaallame Birrii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 20 fi kuma dhibba 2 fi kuma 98 caalmaa qaba jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.