Fana: At a Speed of Life!

Baatiiwwan 3 darbanitti Buna, Shaayiifi mi’eessituurraa galii Doolaarri miiliyoonni 428 argamuu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Baatiiwwan 3 darbanitti Buna, Shaayiifi mi’eessituurraa galii Doolaarri miiliyoonni dhibbi  4fi miiliyoonni 28 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayii Ityoophiyaa beeksise.

Abbaan taayitichaa gamaaggama raawwii karoora kurmaana jalqabaa bara 2015 magaalaa Goondaritti gaggeesseera.

Qulqullina oomisha bunaa, shaayiifi mi’eessituu akkasumas galii damicharraa argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Daayrektarri Olaanaan Abbaa Taayitichaa Dooktar Addunyaa Dabalaa ibsaniiru.

Galii daldala alaarraa argame keessaa gaheen bunaa Doolaara miiliyoona 426 ta’uu addeessaniiru.

Oomishaafi oomishtummaa guddisuuf naannolee gidduutti muuxxannoo waljijjiirraa gaggeessuuf kan hojjetamu ta’uu ibsaniiru.

Kibrawasan Nuuruutu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.