Fana: At a Speed of Life!

Baatii Caamsaa keessa meeshaan koontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 35 olii qabameera

Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Baatii Caamsaa keessa meeshaan koontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 35 olii qabameera.
 
Ministeerri Galiiwwanii akka beeksisetti baatii Caamsaa keessa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 35.9 qabameera.
 
Shugguxoonni oomisha Tuurkii 348 fi rasaasni 300 qabameera.
 
Meeshaaleen kanneenis to’annaa buufataalee sakattoo hundatti taasifameeni kan to’ataman.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.