Fana: At a Speed of Life!

Baatii Bitootessaa Galiin Birriin Biiliyoonni 27.1 walitti qabamuu ibsame

Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii Baatii Bitootessaa 2014 galii Birrii Biiliyoonni 27.1 walitti qabuu beeksiise.
Baatii kana galii Birrii biiliyoona 27 fi miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 19 fi kuma dhibba 9 fi kuma 61 ol walitti qabuuf karoorfamee Birrii biiliyoonni 27 fi miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 30 fi kumni dhibbi 3 fi kumni 53 Walitti qabamuu ministeerichi beeksiseera.
Karoora qabamerraa % 99.67 milkaa’uu ragaan Ministeera Galiiwwaniirraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.