Fana: At a Speed of Life!

Baasiin Zaman Finfinneetti tajaajila geejiba bilisaan laacha jira

Finfinnee, Eebila 2, 2012 (FBC) – Baasiin Zaman Finfinneetti tajaajila geejiba bilisaan laacha jira.

Baasiin Zaman Finfinneetti tajaajila geejiba bilisaan laachuu eegaluusa beeksise.

Gamtaan Aksiyoona geejiba Baasii Zaman dhipphina geejiba magaalaa Finfinnee furuuf waamicha biyyaa walqabatee tajaajila bilisaan kennuu eegaluusaati kan beeksise.

Mata duree “tajaajila geejjibaa magaalaa bilisa ummata nu guddiseef” jedhuun tajaajila laachurratti argama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.