Fana: At a Speed of Life!

Baankonni Wagaaganiifi Anbasaa Intarnaashinaal naannoo Tigraayitti tajaajila eegaluuf qophii xumuruu ibsan

Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Baankonni Wagaaganiifi Anbasaa Intarnaashinaal naannoo Tigraayitti tajaajila eegaluuf qophii xumuruu beeksisaniiru.

Bu’uura Baankiin Biyyaalessaa tajaajilli baankii naannichatti addaan cite ture akka irra deebiin eegaluuf baaseen Baankiin Anbassaa Intarnaashinaal tajaajila kennuuf qophii xumuruu ibseera.

Bifuma walfakkaatuun Baankiin Wagaagan naannichatti yeroo gabaabaa keessatti tajaajila baankii kennuuf qophii xumuruu beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.