Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Siinqee fi Koomishiniin Turizimii Oromiyaa waloon hojjechuuf waliigalan

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Baankiin Siinqee fi Koomishiniin Turizimii Oromiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallattessaan.

Waliigalticha Koomishinarri koomishinii Turiziimii Oromiyaa Leellisee Dhugaa fi Pireezidaantiin Baankii Siinqee Obbo Nawaay Magarsaa mallatteessaaniiru.

Waliigaltichi sochii misooma gama lameeniin taasifamu keessatuu, carraa hojii uumuu fi hawataa Invastimantii guddisuuf kan gargaaru ta’uu ibsameera.

Taarikuu Waldasanbatitu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.