Baankiin Misooma Ityoophiyaa Birrii biiliyoona 6.4 buufate
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Baankiin Misooma Ityoophiyaa Birrii biiliyoona 6.4 bu’aa argachuu beeksise.
Baankichi bara baajatichatti guddina biyyattii ariifachisuuf pirojektiiwwan garaagaraa ifoomsuu ibseera.
Pireezidaantiin Baankicha Dooktar Yohaannis Ayyaalawu raawwii bara baajata 2015 ilaalchisuun ibsa kennaniiru.
Ibsa kennaniin, baankichi bara baajatichatti bu’aa Birrii biiliyoona 6.4 argachuu ibsaniiru.
Baankiichi yeroo gara yerootti guddina argisiisaa dhufuu eeruun, pirojektii tokkoof hanga Birrii biiliyoona 8’tti liiqeessuuf humna qabaachuu ibsuu TOI’n gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.