Baankiin Hiijiraa tajaajila Moobaayilaa haaraa beeksiise
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Baankiin Hiijiraa tajaajila Moobaayilaa haaraa ‘Ominii Pilaas’ jedhamu har’aa eegalee hojiirra oolchuu beeksiiseera.
Fedhii maamiltootaa guutuuf tajaajila Moobaayilaa ammaayyaa hojiirra oole ta’uu ibsameera.
Tajaajila mijataa, salphaa fi saffisaa afaanoota shaniin dhiyaate ta’uu himameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.