Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Gadaa hojii eegale

Finfinnee,Mudde ,13,2015 (FBC)- Baankiin Gadaa ifatti hojii eegaluun ibsameera.

Baankichi Birrii miiliyoona dhibbaa 552 Abboottii Aksiyoonaarra walitti qabeen kaappitaala Birrii biiliyoona 1.1 oliin hojii eegaleera.

Baankiin Gadaa Abbootti Aksiyoona kuma 28 irraa maallaqa walitti qabuun kan hundeeffame ta’uu Hojii Rawwachisaa Olaanaan Baankichaa Obbo Waldee Bultii ibsuu OBN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.