Baankiin Daldala Itiyoophiyaa tajaajila sababa rakkoo siistamaan adda cite eegalchiisuuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa sababa rakkoo siistamaan tajaajilli Intarneetii, moobaayilaafi CBE Birr’ adda akka cite beeksiseera.
Rakkoo mudateen tajaajill Intarneetii, moobaayilaafi CBE Birr’ dameewwanitti kennu addaan cituu ibseera.
Tajaajilicha eegalchiisuuf tattaaffiin taasiifamaa jiraachuu himeera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.