Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Biyyaalessaa RIB’f deeggarsa Birri miiliyoona 19 taasise

Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Baankii Biyyaalessaa Ityoophiyaa miindaa baatii tokkoo Raayyaa Ittisa Biyyaaf gumaachaniiru.

Deeggarsi hoggaantoonnii fi hojjettoonni baankichaa taasisaan Birri miiliyoonaa 19 ta’uu fi torbee dhufu ammoo sagantaa dhiigaa arjoomuu gaggeessuuf ta’uu ibsa FBC’f ergeen himeera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.