Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Baankiin Afrii – Egziim waliigaltee liqaa mallatteessan

Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Baankiin Afrii – Egziim waliigaltee liqaa Doolaara biiliyoona 1 argachuuf dandeessisu waliif mallattessaniiru.
Waliigalteen kun Baankoota Ityoophiyaaf liqaa Doolaara biiliyoona 1 argachuuf kan dandeessisu ta’uu Bulchaan Baankii Biyyaalessa Ityoophiyaa Dooktar Yinnaagar Dasseen dubbataniiru.
Waliigaltichi hanqina sharafa alaa kan furuu fi diinagdee biyyattii si’eessuuf faayidaa qabaachuu kaasaniiru.
Yisimaaw Adaraatu gabaase.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.