Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Awaash Ummata Booranaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasise

Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC)- Baankiin Awaash Ummata Booranaa Sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrrii Miiliyoona 30 taasiseera.
 
Baankichi akka beeksisetti sababoota uumamaa fi namtolcheen hawaasa rakkoof saaxilamaniif kan qaqqabu ta’uu fi ummata Booranaa ongeen miidhamaniif Birrii Miiliyoona 30 arjoomeera.
 
Bara darbes ummata godinichaa rakkoo walfakkaataaf saaxilamee tureef Birrii miiliyoona 60 kan gumaache ta’uus yaadachiiseera.
 
Kana malees Lixa Oromiyaatti ummata qe’ee isaaniirraa buqqa’anii fi Naannoo Amaaraatti abbootii warraa sababa rooba cimaatiin manni isaanii jalaa diigameef deeggarsa taasisuu beeksisuu ragaan Baankicharraa argame ni mul’isa.
 
#Ityoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
 
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.